Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) –Piroojektiin misoomaa Baha Afrikaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaa bu’uuraalee misoomaan wal qunnamsisu ifoomeera.Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen, biyyoonni naannawichaa tumsa daldalaa cimsuuf kan dande