Eenyu Isheen 25: Shamarree dhibee gaggabdoon wallaansoo walqabaa barattee hanga dhaabbata hundeeffachuu geesse Liyaati - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 21 ساعة
Liyaat Tamasgeen jedhamti. Dhalattee kan guddatte magaalaa Jimmaatti. Barnootashees kutaa tokkoo haaga kudha lamaatti achuma Jimmatti baratte. Digirii jalqabaa ammoo ogummaa Baayomeedikaal Injinariingiitiin Yunivarsiitii Jimmaarraa eebbifamte. Amma dhaabbata dhuunfaashee qabdi. Seenaashee guutuun kunooti dhiyaadhaa.