Magaalaa Naqamteetti qonna magaalaan namoota kuma 2 fi 300 oliif carraan hojii uumameera- WCHUO Magaalichaa

fanabc.com
منذ 18 ساعة
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) - Magaalaa Naqamteetti qonna magaalaan namoota kuma 2 fi 300 oliif carraan hojii uumameera jedhe Waajjirri Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa magaalichaa.Bulchiinsa magaalichaatti bara kana namoota kuma 20 fi 800 dameeww