Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 7 sanyiin uwwifame jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen.Itiyoophiyaan damee qonnaan hojiilee birmadummaa nyaataa mirkanees