Hojiiwwan raawwataman hedduun, guddina ariifachiisaa yeroo gabaabaa keessatti fiduun akka danda’amu agarsiiftuudha – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Hojiiwwan raawwataman hedduun, guddina ariifachiisaa yeroo gabaabaa keessatti fiduun akka danda'amu agarsiiftuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaaobbo Shimallis Abdiisaan.Gamaggamni rawwwii hojii