Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii xumuraa bara 2017 magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeessuu eegaleera.Waltajjicharratti Pireezidaantii itti aanaa Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah, hoggantoonni waajjira ol