Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Dooktar Moggaa Firrisaan addunyaa kanarraa du’aan boqotan.Qabsaa’aan gameessi seenaa qabsoo Oromoo keessatti gumaacha guddaa qabanii fi hundeessaa fi hogganaa Waldaa Walgargaarsa Maccaa fi Tuulamaa kan turan Dookt