Finfinnee, Adoolessa 7, 2017( FMC)- Haroo Haramaayaa kunuunsuun bakka hawwata turistii akka ta’uuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Bulchiinsi Magaalaa Maayaa.Bara kana piroojektiin misooma qarqara Haroo Haramaayaa marsaan jalqabaa Birrii miiliyo