Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Sirna daldalaa Itiyoophiyaa saffisiisuuf aadaan oomishaalee biyya keessaa fayyadamuu cimuu akka qabu Deetaan Ministira Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Abdulhaakim Muluu hubachiisan.Egzi