Hojiin rakkoo mana jireenyaa waaraan furuu cimee itti fufa- Kantiibaa Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ 8 ساعات
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Hojiin rakkoo mana jireenyaa waaraan furuu cimee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.Aadde Adaanech Abeebeen gama Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin akka jedhanitti har’a ganama ba