Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Fiigicha Dorgommii Walakkaa Maaraatoonni Meeksikkoo Guwaadaalaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lamanuu injifataniiru.Fiigicha Walakkaa maaraatonni dhiirootaan Atileet Gammachuu Didhaa fa