Bu’aan gama Dippilomaasiin galmaa’e hirmaannaa Itiyoophiyaa waltajjii addunyaa irratti guddise – obbo Tamasgeen Xurunaa

fanabc.com
منذ 6 ساعات
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) - Waggoota jijjiiramaa as bu'aaleen gama dippilomaasiin galmaa'an hirmaannaa Itiyoophiyaan waltajjii addunyaa irratti qabdu guddisuun boqonnaa haaraa baneera jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen X