Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Bunni Sidaamaa Faasiil injifachuun dursummaa isaa cimsateera.Bunni Sidaamaa galchii 1 fi 0‘n Faasiil injifachuun garaagarummaa Nageellee Arsii waliin qa