Daa’imni Bileen wal’aansa fayyaa akka argattuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 4 taasifameef

fanabc.com
منذ 6 ساعات
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Daa’imni Bileen wal’aansa fayyaa akka argattuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 4 taasifameefiira.Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen waggoota 10 darbaniif sababa bishaan sammuu keessaa fi dhiibba