Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa faaruu filannoo waliigalaa 7ffaaf qopheesse ‘“Filannoo Keenya- Biyya Nuun Ala” jedhu eebbisiiseera.Faaruun kun gahee filannoon ijaarsa biyyaa keessatti qabu, humna sa