Kaappiteen Aster Ayyaanaa Likkaasaa jedhamti. Koongoo keessatti lubbuu loltoota Ameerikaa dhumaatii irraa oolchuu isheen Humna Galaanarraa US, Humna Lafoo US, Humna Qilleensaa fi Nageenya Biyya Keessaa Ameerikaa irraa badhaasa addaa argateetti. Waa'ee ishee kan gabaabaatti qindeessine kunooti, dhiyaadhaa.