Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii saddeet maaliif dubartoota qofan balaliise? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 19 ساعة
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa paayileetiifi hojjettoota dubartoota qofaan balalii idil-addunyaafi biyya keessaa saddeet Finfinneedhaa ka'ee gara bakkeewwan saddeetitti imale.