ABO'n waggoota 30 ol booda filannoo deebi'uun siyaasa biyyattiif maal akeeka? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 أيام
Filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa Waxabajjii dhufu gaggeeffamurratti paartilee siyaasaa sadarkaa biyyaalessatti dorgomuuf dhiyaatan keessaa tokko Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)dha.