Boordii Filannoo 'galmee filattotaa dirqamaa fi mindaa kutuun doorsisuu' akeekkachiise - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 16 ساعة
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaaba siyaasaa manarra deemuun 'galmee filattotaa dirqamaa raawwachuufi mindaa kutuun doorsisuu' akeekkachiise.