Obbo Shimallis Marroo waliin mari'achuu qophiidha jedhan, WBO'n maal jedha? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 47 دقيقة
Pirezidantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Oromiyaa keessa nagaa waaraa buusuuf Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin mari'achuuf qophii ta'uu dhihoo dubbataniiru.