'Waliigaltee qabaannus qabaachuu baannus, US torban lama ykn sadii keessatti Iraan gadhiisti' -Tiraamp - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Pirezidant Doonaald Tiraamp US turban lamaa hanga turban sadii keessatti Iraan keessaa ni baati jedhe. Kun ammoo yoo mootummaan “waggootaaf” meeshaa waraanaa ijaaruu akka hin dandeenye mirkaneeffatedha jedhe.