Hanqina boba'aa mudate hordofee daballii gatii omishaaleerratti waan ummanni jedhu - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Hanqina dhiyeessii boba'aa waraana Iraaniin hordofee mudateen gatiin omishaalee guyyuu dabalaa jiraachuu jiraattonni naannoo Oromiyaa BBC'n haasofsiise himaniiru.