Halaabaatti daa'imman lama lagni nyaate guyyoota sadii oliif reeffi barbaadamus hin argamne - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaatti Ijoollee obbolaawwanii kan ta'anii fi daa'imman umriin isaanii waggaa 11 fi 12 ta'an guyyoota sadiin dura eessumman isaanii bira deemuuf Laga Bilaattee jedhamuun beekamu wayita cehuuf yaalan lagaan nyaatamuu Pooliisiin BBCtti hime.