Pirezidant Tiraamp waraana Iraan ilaalchisuun Waayit Hawusitti ibsa kennuuf - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Pirezidant Doonaald Tiraamp waraana Iraan ilaalchisee Waayit Haawus keessatti ibsa kenna jedhamee eegamaa jira. Ibsa isaa kun yeroo michoota isaa NATO akkaan qeeqaa fi miseensummaa keessaa ba'uuf sodaachisaa jiruttidha.