Hojjetaan jeettii US Iraanitti kufee achi buuteen dhabame oppereeshiinii 'gootummaan' gaggeeffameen baraarame -Tiraamp - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Iraan fi US miseensa gurmuu hojjetoota jeettii Ameerikaa Iraan keessatti kufe keessaa achi buuteen dhabame argachuuf kara karaa isaniin fiigicha taasisaa turan. Aanga'oonni Iraan ammoo lammileen biyyattii hojjeta jeettii US dhabame kana 'lubbuun' argeef maallaqa guddaa akka kennituyyu waadaa galtee turte.