Gara zoonii dinagdee damee hedduutti kan guddate Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa erga hundaa'ee maal buuse? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Magaalota Adaamaa fi Moojoo gidduu hanga qarqara Haroo Qooqaatti lafa hektaara kuma 24 ta'u irratti kan ijaaramu Zooniin Dinagdee kuni bara 2014 beekamtii argachuun hojiiwwan ijaarsaa adda addaa jalqabe.