Tiraamp 'jecha safuurraa maqeen' Iraanitti dhaadachuu hordofee Iraan tarkaanfii laalessaan fudha jechuun akeekkachiifte - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 ساعات
Iraan sa'aatii 48 keessatti Ulaa Hormuuz hin bantu taanan 'abiddatu itti rooba' jechuun buufataalee anniishee haleeluuf 'jecha safuu cabsuun' itti dhaadachuu hordofee, Iraanis buufataalee sivilii haleeluun haaloo bahuuf dhaadatte.