MM UK Kiir Istaarmar aangoo gadhiisuu beeksise - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 4 ساعات
Ministirri Muummee Yunaayitid Kingidam (UK) Kiir Istaarmar aangoo ministira muummeefi dursaa Paartii Labarii gadhiisuu beeksie. Istaarmar yeroo aangoorra turetti murteen inni taasisaa ture “biyyan jaalladhuuf dursa kennuu ture” jedheera.