Heerri Itoophiyaa amma jiru adeemsa maalii keessa darbee qophaa'e? Heerota turan irraa maaltu adda godha? - BBC News Afaan Oromoo
bbc.com
منذ 13 ساعة
Heeronni Itoophiyaa kana dura turan ilaalcha qeenxee kan leellisaniifi mirga sabootaa kan hin hammanne ta'uu kaasuun, "heerri kun sab-daneessummaa kan hammate, inumaayyuu fedhii [sabaafi sab-lammootafi uummatootaa] irratti hundaa'edha," jedhu.