Walitti bu'insa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Tigiraay gidduutti mudateen yaadda'eera- Aminastii Internaashinaal - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
Naannoo Tigiraay keessatti Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Tigiraayii gidduutti irra deebiin walitti bu'insi ka'uun jiraattota naannichaa sarbama mirga namoomaa biraaf saaxila jechuun Aminestii Internaashinaal yaaddoo isaa ibse.