Finfinnee, Hagayya 2, 2018(FMC)- Marichi rakkoolee baroottaniif turan furuun biyya cimtuu ijaaruuf dandeessisa jedhan mari’attoonni yaa’ii marii biyyaalessaa.Akka mari’attoonni kunneen jedhanitti marichi rakkoolee waggoottaniif lafarra harkifachaa tu