Finfinnee, Hagayya 2, 2018 (FMC)- Seenessi Itiyoophiyaa baroota darban gostokkee ture jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.Ministirri Muummee Dooktar Abiy Dhimmoota Siyaasaa, Diinagdee fi hawaasummaarratti OBN waliin turtii taasisaniiru