'Irreecha araaraa, nagaafi jaalalaa akka ta'u hawwina' - Abbaa Gadaa Tuulamaa - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
Bara Gadaa isaaniitti Irreecha jalqabaa kan ta'e kanarratti dubbiin angafti isin labsitaniifi xiyyeeffannaan keessan bara kanaa maal jechuun BBCn Abbaa Gadaa Tuulamaa Geetuu Taliilaa gaafateera.