Loltoonni Ertiraa daangaa Itoophiyaa seenuun lola banan jedhe mootummaan Naannoo Affaar - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
Loltoonni Ertiraa daangaa Itoophiyaa seenuun TPLF waliin ta'uun lola banan jechuun Mootummaan Naannoo Affaar ibse. Loltoonni Ertiraa kun Naannoo Affaar keessatti TPLF waliin ta'uun humnoota mootummarratti lola banuu kan himan Obbo Mohaammad, loltoonnifi meeshaaleen waraanaa Ertiraa booja'amuus dubbatu.