Finfinneefi naannawaasheetti diroonii balaliisuun dhorkame - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعة
Tajaajilli Odeeffannoofi Nageenya Biyyaalessaa Yeroo hin murtoofneeef Finfinneefi naannawaasheetti diroonii kamuu balaliisuuf hayyamni akka hin kennamne beeksise.