Mootummaan Jijjiiramaa rakkoowwan nam-tolcheefi uumamaa turan gara carraatti geeddaree bu’aawwan jajjaboo galmeessaa jira – Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ 21 ساعة
Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) –Mootummaan Jijjiiramaa rakkoowwan nam-tolcheefi uumamaa turan gara carraatti geeddaree bu’aawwan jajjaboo gama hawaasummaa, diinagdeefi siyaasaan galmeessaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.H