Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Irreechi Hora Finfinnee milkiin xumurame jedhe Humni Waloo Qindaa’aa Magaalaa Finfinnee.Sirni kabaja Irreecha Hora Finfinnee bakka aanga’oonni mootummaa, Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, abbaan Malkaa, ummanni