Komishiniin Marii Biyyaalessaa ajandaaleefi yaadota furmaataa dabarsee kenne

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa guyyaa har’aa ajandaaleefi yaadota furmaataa hirmaattota yaa’ii marii biyaalessaa irraa argaman Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf dabarsee kenneera. Komishinichi bakka