Pirezidant Shimallis waa'ee caasaa godinaa haaraa fi himannaa dhihaaterratti maal jedhan? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
Caffeen Oromiyaa torbaffaan kora jalqabaa kan bara hojii jalqabaa irratti wayita mootummaa haaraa hundeessu godinaalee Oromiyaa 21 turan ja'atti gurmeesseera. Caaseffama haaraa kana kanneen deeggaran akkuma jiran, mormiinis mudateera.