Ministirri Muummee Jamaayikaa Andiruu Hoolnees MinistiraMuummee Dooktar Abiy Ahimadiif Ergaa Baga Gammaddanii Dabarsan

fanabc.com
منذ 5 ساعات
Finfinnee, Fulbaana 27, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee Jamaayikaa Andiruu Hoolnees Dooktar Abiy Ahimad irra deebiin Ministira Muummee Rippabiliika Dimokraatawaa Federaalawaa Itiyoophiyaa ta’uun moggaafamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniir