Finfinnee, Fulbaana 27, 2019 (FMC) — Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaan waliigaltee hojii yeroo dheeraa Arsenaal waliin qabu haaromseera.Akka waliigaltee haaraa kanaatti, Mikeel Arteettaan hanga bara 2030tti Arsenaal waliin tura.Leenjisaan umrii w