Dooktar Abirahaam Balaayii fi Ambaasaaddarri Raashiyaa Tumsa Humna Niwukilaraa Irratti Mari’atan

fanabc.com
منذ 22 ساعة
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2019 (FMC) — Komishinarri Komishinii Humna Niwukilaraa Itiyoophiyaa Dooktar Abirahaam Balaay, Ambaasaaddara Federeeshinii Raashiyaa Yevgeenii Tereekiin waliin tumsa humna niwukilaraa irratti mari’ataniiru.Marii kanaan, karo