Yuuniivarsiitichi raayyaa naamusa gonfate horachuu cimsee itti fufa- Obbo Mahaammad Idiriis

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2019(FMC)- Yuuniivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa raayyaa naamusa gonfate horachuu cimsee itti fufa jedhan Ministirri Raayyaa Ittisaa Obbo Mahaammad Idiriis. Pireezidaantiin Yuuniivarsiitichaa Birgaader Jeneraal Kabb