Finfinnee, Onkololeessa 7, 2019 (FMC) –Hiriirri ummataa Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaru magaalotaa Naannoo Amaaraa Garaagaraatti gaggeeffameera.Haaluma kanaa Magaalaa Goondar, Ganda Bishaanii, Saqoxaa, Dabra Taaboor, Waldiyaa fi kanneen birootti dhaad