Moyyaaleetti taateen lubbuu shamarree galaafate, kantiibaa yaalii ajjeechaaf saaxile maali? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعة
Walitti bu'iinsa daangaa waliin walqabatee tibbana godina Kibba Oromiyaa, magaalaa Moyyaaleetti humnoota nageenyaa gama daangaa Oromiyaa fi Somaaleerraan jiran gidduutti mudateen shamarreen tokko ajjeefamuu fi taatee kana hordofees mormiin magaalattii keessatti gaggeeffamuu aanga'oonni magaalaa Moyyaalee BBCtti himan.