Loltoonni Somaaliyaa 200 ol Itoophiyaa keessa 'hidhamanii turan' biyyatti deebi'an - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 16 ساعة
Miseensonni raayyaa ittisaa Somaaliyaa daangaa Itoophiyaa ce'anii magaalaa Dirree Dhawaa keessa hidhaa turan jedhaman gaafa Dilbataa gara biyya isaaniitti deebi'uu aangawaan Somaaliyaa tokko BBC 'tti dubbatan.