Jeettiiwwan waraanaa Su-35 jedhaman 12 Itoophiyaan Raashiyaarraa fudhatte kan akkamiiti? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
Itoophiyaan jeettiiwwan waraanaa ammayyaa Su-35 jedhaman kudha lama Raashiyaa irraa bitte fudhachuu Ministirri Muummee Abiy Ahimad beeksisan.