Ameerikaan ajjeechaa Arsiitti raawwatame balaaleffatte - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعة
Ameerikaan Naannoo Oromiyaa, Arsii keessatti ajjeechaa lammilee nagaa irratti raawwatame balaaleffachuun sirnaan qoratamee kanneen yakka kana raawwatan murtiitti akka dhiyaataniif mootummaa Itoophiyaa gaafate.