Tigraayitti meeshaan waraanaa otoo hin fashalaa'ina hafe dhohee namoonni saddeet lubbuu dhaban - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
Naannoo Tigraayi aanaa Abargalaa Yecilaatti meeshaan waraanaa otoo hin fashalaa'in hafe dho'ee daa'imman dabalatee namoonni saddeet lubbuu dhaban.