Rokkeettii waraanaa (RPG) Mooyyalee gama Keeniyaa 'qubachuun' yaaddoo hammeesse - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 ساعات
Walitti bu'insa magaalaa Moyyalee torban lammataa qabateen rokkeettiin waraanaa (RPG) jedhamu sadii daangaa Itoophiyaa irraa daangaa Keeniyaa qubachuu qondaalli poolisii Keeniyaa himan.